Mootummaan Itoophiyaa gabaasa tibbana gareen mirga namoomaa Aminastii Intarnaashinaal baase irratti qorannoo taasisaa akka jirtu beeksise. Abbaan Alangee Federaalaa Adaanach Abeebe ''Mirga ...
Gabaasa gamaggama fuula 25 qabuufi gaafiifi deebiin namoota baayyee, akkasumas odeeffannoowwan uummtaaa baayyee qabate kana keessatti raawwiin waliigaltee nagaa qaawwa baayyee akka qabu mulliseera ...